Media
Maaneejimantiin Baankii Siinqee guyyaa kaleessaa Amajjii 18 Gamaaggama Rawwii Hojii Walakkaa Waggaa baankichaa kan bara baajata 2016 adeemsissuun milkaa’ina argamee fi hanqinaalee muudatan irratti bal’inaan mari’ateera.
Xumura gamaggama raawwii hojii kanaarratti Perezedaantiin Baankii Siinqee, Obbo Nawaay Magarsaa milkaa’ina argameef hojjettota baankichaa galateeffatanii hojmaata fuulduraaf xiyyeeffannoo barbaadan adda baasuun kallattii kaa’aniiru.
#Siinqee_Bank #Siinqee_Ihsan #ሲንቄ_ኢህሳን
#EMPOWERED_TOGETHER
Name