Baankii siinqee tajaajila isaa daran babal’isuun tajaajila baankii dhala irra bilisaa kan seera shari’aa guuttate siinqee IHSAN jedhee moggasee tajaajila baankii dhala irraa bilisaa kennu erga eegalee kunoo waggaa tokko guutee jira .
Baankiin keenya fedhii maamiloota isaa guutuf kan hojjatu yoota’u galmee Hajjii fi Umraa 1445 ffaa kan bara kanaa damee Baankii keenya hundarratti galmee eegallee jiraa.

የሐጅና ዑምራ ጉዞ ምዝገባ

ሲንቄ ባንክ አገልግሎቱን የበለጠ በማስፋፋት የሸሪዓ መርሆችን መሠረት ያደርገውን ‘ሲንቄ ኢህሳን’ የተስኘ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት መስጠት ከጀመረ እነሆ አንድ አመት ሞልቶታል። የደንበኞቹን ፍላጎት በማሟላት የሚታወቀው ባንካችን፣ በዚህ ዓመት የሚካሄደውን 1445ኛውን የሐጅና ዑምራ ጉዞ የምዘግባ አገልግሎት በሁሉም ቅርንጫፎቻችን መስጠት መጀመራችንን በደስታ እናበስራለን።

#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Siinqee Bank Announces Outstanding Performance for the 2025/26 Financial Year

    Siinqee Bank has announced strong and outstanding performance across key financial and operational indicators during the [...]

  • Siinqee Bank and Huawei Forge a Strategic Partnership to Drive the Future of Digital Banking

    Siinqee Bank has entered into a long-term strategic partnership with Huawei Technologies in Shenzhen, China, marking [...]

  • Baankiin Siinqee Konfiraansii  Qonnaan Bultoota  Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gara Invastimantitti Cehan irratti hirmaate.

    Baankiin Siinqee Konfiraansii  Qonnaan Bultoota  Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gara Invastimantitti Cehan irratti hirmaate. Baankiin Siinqee lammiilee [...]