Akkaataa Seera Itti Fayyadama Baajataa 50/30/20 tti, namni tokko galiisaa ji’aa gibira irraa bilisa ta’e bakka sadiitti qoodee itti fayyadamuu qaba. Innis 50% fedhii bu’uuraatiif, 30% wantoota barbaadnuuf, akkasumas 20% ammo Qusachuu barbaachisa. Namni galii dhaabbataa qabu tokko ittifufiinsaan waan kana hojiirra oolchuu akka qabu seerrichi ni ajaja. Galii gahaa argachuu dhiisullee namni tokko dinagdeesaa fooyyessuf waan argaturraa hanga tokko qusachuun barbaachisaa akka ta’e isin yaaddachiifna.

𝗕𝗮𝗮𝗻𝗸𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗾𝘂𝘀𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮; 𝗡𝘂 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Siinqee Bank Announces Outstanding Performance for the 2025/26 Financial Year

    Siinqee Bank has announced strong and outstanding performance across key financial and operational indicators during the [...]

  • Siinqee Bank and Huawei Forge a Strategic Partnership to Drive the Future of Digital Banking

    Siinqee Bank has entered into a long-term strategic partnership with Huawei Technologies in Shenzhen, China, marking [...]

  • Baankiin Siinqee Konfiraansii  Qonnaan Bultoota  Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gara Invastimantitti Cehan irratti hirmaate.

    Baankiin Siinqee Konfiraansii  Qonnaan Bultoota  Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gara Invastimantitti Cehan irratti hirmaate. Baankiin Siinqee lammiilee [...]