“Uummata naannoo keenyaa fayyadamaa taasisuudhaaf warraaqsa dinagdee taasisuun barbaachisaadha” Obbo Shimallis Abdiisaa, PMN Oromiyaa

Sadaasa 08, 2015: Giruuppii Inveestimeentii Dhaabbilee Misoomaa Motummaa Naannoo Oromiyaa Hundeeffame.
Sagantaa hundeeffamaa kanarratti kan hirmaate Baankiin Siinqee; dhaabbilee misoomaa uummatichaaf humna ta’an kanneen waliin hojjechuufi misooma naannoo keenyaa gama faayinaansiitiin deeggaruuf kutannoon akka hojjetu ifoomseera.

Baankii Siinqee – Humna Jijjiiramaa!

Tokkummaan Gara Milkaa’inaatti!

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Stay Alert!

    Dear our Valued Customers, Protect your bank account and digital financial services from fraudsters by following [...]

  • Siinqee Bank Company Profile

  • Fraud Alert Message

    Dear our Valued Customers, Protect your bank account and digital financial services from fraudsters by following [...]