Media
Baankiin Siinqee Guyyaa har’aa Muddee 9, 2016 magaalaa Adaamaatti damee isaa haaraa ‘Damee Karrayyuu’ jedhamee moggaafame haala ho’aan eebbisiisee hojii eegalchiisun dameelee baankichaa magaalattii keessatti tajaajila kennan 20n ga’ee jira.
ሲንቄ ባንክ በአዳማ ከተማ 20ኛ ቅርንጫፉን ከፈተ ::
ሲንቄ ባንክ ዛሬ ታህሳስ 09 ቀን 2016 ዓ.ም በአዳማ ከተማ ‘ከረዩ ቅርንጫፍ’ ተብሎ የተሰየመዉን አዲስ ቅርንጫፍ በደማቅ ስነስርዓት አስመርቆ ስራ በማስጀመር በከተማዉ አገልግሎት እየሰጡ ያሉትን የባንኩ ቅርንጫፎች 20 አድርሷል፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER
Name