Kabajamtoota maamiltoota keenya, jecha iccitii(Password), jecha iccitii al-tokke(OTP) fi maqaa fayyadamaa(User name) Siinqee Digital keessan nama birootti tasumaa dabarsitanii hin kenninaa.
Burjaajessitootni tajaajilli keessan waan isin jalaa cufameef isiniif sirreessina ykn haaraa isiniif banna, jechuun bilbiluunis ta’e karaa ergaa gabaabaa, akkasumas karaa  miidiyaa hawaasaa hidha(link) sobaa isiniif erguun irra deddeebiin odeefannowwan dhuunfaa armaan olii kana argachuuf yaalii godhu waan ta’eef, dammaqinaan irraa of-eegadhaa! Baankiin keenya bilbilaanis ta’e karaa ergaa gabaabaa odeefannoo akkasii tasumaa kan isin hin gaafanne ta’uu isin hubachiisaa, yeroo taateewwan akkasii isin mudatan gara wiirtuu tajaajila maamiltootaa Baankii  keenya 871tti bilisa  bilbiluun ykn damee isinitti dhihoo jiru daawwachuun eeruu kennuu fi odeefannoo dabalataa argachuu kan dandeessan ta’uu isin beeksifna.

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Fraud Alert Message

    Dear our Valued Customers, Protect your bank account and digital financial services from fraudsters by following [...]

  • Siinqee Bank Announces Outstanding Performance for the 2025/26 Financial Year

    Siinqee Bank has announced strong and outstanding performance across key financial and operational indicators during the [...]

  • Siinqee Bank and Huawei Forge a Strategic Partnership to Drive the Future of Digital Banking

    Siinqee Bank has entered into a long-term strategic partnership with Huawei Technologies in Shenzhen, China, marking [...]