Manaajimantiin Baankii Siinqee wal-ga’ii gamaaggama raawwii hojii kan bara 2016 guyyoota lamaaf walitti aansee Hoteela ISikaayilaayititti gaggeessaa ture Adoolessa 21 Bara 2016 goolabameera. Walgayicharratti Distiriktootaa fi Dameewwan hojii caalmaa hojjetanii qabxii gaarii galmeessisaniif beekamtii fi badhaasni adda addaa kennameefiira.

ሲንቄ ባንክ ለሁለት ተከታታይ ቀናት ሲያካሄድ የነበረው የ2016 በጀት ዓመት ዓመታዊ የሥራ አፈጻጸም ግምገማ ሐምሌ 21 ቀን 2016 ዓ.ም ፍጻሜውን አግኝቷል። በግምገማው ላይ የባንኩ ከፍተኛ እና መካከለኛ የማኔጅመንት አባላት እንዲሁም በመላው የአገራችን ክፍሎች የሚገኙ የባንኩ ቅርንጫፍ ቢሮዎች ስራ አስኪያጆች በግምገማው ላይ ተሳትፈዋል ። ግምገማው በበጀት ዓመቱ መልካም አፈፃፀም ላስመዘገቡ ድስትሪክቶች እና ቅርንጫፎች እውቅና እና ሽልማት በመስጠት ተጠናቋል ፡ ፡

 

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Siinqee Bank Announces Outstanding Performance for the 2025/26 Financial Year

    Siinqee Bank has announced strong and outstanding performance across key financial and operational indicators during the [...]

  • Siinqee Bank and Huawei Forge a Strategic Partnership to Drive the Future of Digital Banking

    Siinqee Bank has entered into a long-term strategic partnership with Huawei Technologies in Shenzhen, China, marking [...]

  • Baankiin Siinqee Konfiraansii  Qonnaan Bultoota  Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gara Invastimantitti Cehan irratti hirmaate.

    Baankiin Siinqee Konfiraansii  Qonnaan Bultoota  Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gara Invastimantitti Cehan irratti hirmaate. Baankiin Siinqee lammiilee [...]