Maaneejimantiin Baankii Siinqee guyyaa kaleessaa Amajjii 18 Gamaaggama  Rawwii Hojii Walakkaa Waggaa baankichaa kan bara baajata 2016  adeemsissuun milkaa’ina argamee fi hanqinaalee muudatan irratti bal’inaan mari’ateera.

Xumura gamaggama raawwii hojii kanaarratti Perezedaantiin Baankii Siinqee, Obbo Nawaay Magarsaa milkaa’ina argameef hojjettota baankichaa galateeffatanii hojmaata fuulduraaf xiyyeeffannoo barbaadan adda baasuun kallattii kaa’aniiru.


#Siinqee_Bank    #Siinqee_Ihsan     #ሲንቄ_ኢህሳን
#EMPOWERED_TOGETHER

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Gamaaggama Raawwii Hojii Kan Bara Baajataa 2016/የ2016 በጀት ዓመት ስራ አፈጻጸም የማኔጅመንት ግምገማ ፊንፊኔ

    Manaajimantiin Baankii Siinqee wal-ga'ii gamaaggama raawwii hojii kan bara 2016 guyyoota lamaaf walitti aansee Hoteela ISikaayilaayititti [...]

  • ለሲንቄ ባንክ አ.ማ ባለአክስዮኖች የተደረገ የስብሰባ ጥሪ

    የአክስዮን ማህበሩ ስም: ሲንቄ ባንክ አ.ማ               የአክስዮን ማህበሩ ዓይነት: የባንክ [...]

  • Waamicha Walga’ii Abbootii Aksiyoonaa W.A Baankii Siinqeetiif Taasifame

    Maqaa Dhaabbatichaa : W.A Baankii Siinqee       Gosa Hojii Dhaabbatichi Irratti Bobba’e : Tajaajila Baankii [...]