Media

Sirnii walharkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Oromoo Gujii gaggeefamaa jiru irratti Jaarsoo Dhugoo Abbaa Gadaa Gujii 75ffaa ta’uun Muudamaniru.
Gadaanis Baallii Harmuufaa irraa gara Gadaa Roobaleetti ce’eera.
Gadaan Quufaa Gabbina; kan milkii haa ta’u!
Baga Gammaddan
#Walharkaa Fuudhinsa Baallii Sirna Gadaa Oromoo Gujjii
#Baankii Siinqee
#Tokkummaan gara milkaa’inaatti!
Share
Name
Job Title
Latest







