Baga gammaddan!
Pirojeektoota biyyoolessaa gurguddoo naannoolee biyya keenyaa adda addaatti ijaaramaa jiran keessaa tokko Gandi Ikkoo Tuurizimii Dandii Wancii yoo ta’u, har’a Amajjii 4, 2016 eebbifamaa jira. Kanuma waliin Baankiin Siinqee damee isaa Ganda Ikkoo Tuurizimii Wancii keessatti banuun daawwattootaa fi jiraattota naannoo sanaaf tajaajila baankii guutuu ta’e kennuuf qoophii isaa xumuree isiin egaa jira.

እንኳን ደስ አላችሁ!
በተለያዩ አከባቢዎች እየተገነቡ ካሉ ግዙፍ ሃገራዊ ፕሮጀክቶች መካከል አንዱ የሆነዉ ወንጪ ዳንዲ ኢኮ ቱሪዝም መንደር በዛሬው እለት ጥር 4 ቀን 2016 ዓ.ም በደማቅ ሁኔታ እየተመረቀ ሲሆን ሲንቄ ባንክ በኢኮ ቱሪዝም መንደሩ ቅርንጫፍ ከፍቶ ለጎብኝዎችና ለአከባቢው ነዋሪዎች የተሟላ የባንክ አገልግሎት ለመስጠት ዝግጅቱን አጠናቆ ይጠብቆታል፡፡

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Baankiin Siinqee Konfiraansii  Qonnaan Bultoota  Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gara Invastimantitti Cehan irratti hirmaate.

    Baankiin Siinqee Konfiraansii  Qonnaan Bultoota  Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Gara Invastimantitti Cehan irratti hirmaate. Baankiin Siinqee lammiilee [...]

  • Siinqee Investment Bank Secures Investment Banking License from ECMA

    Siinqee Investment Bank Secures License from ECMASiinqee Investment Bank has officially been granted an Investment Banking [...]

  • Siinqee Bank S.C Board of Directors Nomination and Election Procedure “የሲንቄ ባንክ አ.ማ. ዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት [...]