Baankiin Siinqee tajaajila Baankii Dhalarraa Bilisaa irratti Waraqaa Ragaa Argate Waltajjii marii gorsitoota Shari’aa Baankii siinqee waliin ta’amee guyyaa kalessaa 04/04/2016 sirni tajaajila Dhala irraa Bilisaa baankii siinqee (IHSAN ) gama hundaan kennaa jiru gorsitoota sharia’aatin Ji’oota jahaaf ilaalamaa fi sakatta’amaa turee guyyaa kalessaa waraqaa mirkaneeffannaa argateera .

አስደሳች ዜና

ሲንቄ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ሰርተፍኬት ተቀበለ
ከ ሲንቄ ባንክ የሸሪዓ አማካሪዎች ጋር በትላንትናው እለት 04/04/2016 የሲንቄ ባንክ (ኢህሳን) የሚሰጠው ከወለድ ነፃ አገልግሎት ስርዓት ላለፉት ስድስት ወራት በሸሪዓ አማካሪዎች ተገምግሞ እና ቁጥጥር ሲደረግበት ቆይቶ የአገልግሎት ፖሊሲና መመሪያ ካረጋገጠ በኋላ ሰረተፈኬት ተበርክቶለታል ።

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Stay Alert!

    Dear our Valued Customers, Protect your bank account and digital financial services from fraudsters by following [...]

  • Siinqee Bank Company Profile

  • Fraud Alert Message

    Dear our Valued Customers, Protect your bank account and digital financial services from fraudsters by following [...]