Baankiin Siinqee fi Waldaan Interpiraayizii Shaggar leenjii hojii uummachuu fi misooma biizenasii irratti xiyyeeffate dargaggoota magaalaafi baadiyyaa keessa jiraataniif kennuuf waliin hojjechuuf waliigaltee wal hubannoo mallatteessan. Leenjiin kunis dargaggoota hojiitti galchuufi humna misoomaa taasisuu keessatti gahee olaanaa ni qabaata jedhamee amanama.

#Waliigaltee wal hubannoo dabalataa mallattaa’e

Share

Name

Job Title

Related Posts

  • Stay Alert!

    Dear our Valued Customers, Protect your bank account and digital financial services from fraudsters by following [...]

  • Siinqee Bank Company Profile

  • Fraud Alert Message

    Dear our Valued Customers, Protect your bank account and digital financial services from fraudsters by following [...]